Damee Leenjiiwwan Koolleejjii Keenya
Daro Lebu TVET College dameewwan teeknikaa fi ogummaa adda addaa irratti leenjii kennuun barattoota beekumsa, dandeettii qabatamaa fi ogummaa hojii barbaachisaa ta'een gahoomsuuf hojjetaa jira.
Dameewwan Leenjiiwwan
Department of Agriculture – Damee Qonnaa
Department of ICT – Damee Teeknooloojii Odeeffannoo fi Quunnamtii
Department of Structural Construction – Damee Ijaarsaa
Department of Woodwork Technology – Damee Teeknooloojii Hojii Muka
Department of Mechanics – Damee Makaaniksii
Department of Building Electrical Installation – Damee Dhaabbii Elektirikii Gamoo
Department of Accounting and Finance – Damee Herregaafi Faayinaansii
Kaayyoo Leenjii Keenya
Barattoota ogummaa qabatamaa, dandeettii teeknikaa, kalaqaafi naamusa hojii qaban horachuun carraa hojii, hojii ofii uumuu fi misooma hawaasaa keessatti akka hirmaatan gargaaruudha.